أَفْطَرَ عِنْدَكُمُ الصَّائِمُونَ وَأَكَلَ طَعَامَكُمُ الأَبْرَارُ وَصَلَّتْ عَلَيْكُمُ الْمَلاَئِكَةُ
Aftara ‘indakumus-saimun, wa akala ta’amakumul-abrar, wa sallat ‘alaikumul- mala’ikah
Soomantoonni si waliin sooma isaanii haa furan, warri Rabbi sodaatan nyaata kee haa nyaatu, Malaaykonni eebbaDu’aa’ii siif haa kadhattu
Ibnu Maajah: lakk. 1747
Ibnu Maajah: lakk. 1747