logo gs

Latest News

Dhangala’oo qaala’oo ta’an

Dhangala’oonni armaan gadii kanneen qaala’oo ta’an keessaa muraasa. Gatiin armaan gaditti tarreeffaman hundi gatii gabaa Ameerikaa hanga Waxabajjiitti akka ta’e hubatamuu qaba   Dhangala’aan kun dhangala’aa dogoggora barreessuu sirreessuuf itti fayyadamudha. Biyya keenya keessattis Fluud jedhamuun beekama. Dhangala’aan kun bara 1956 dubartii Beettii Neesmiit Giraaham jedhamtuun kan hojjetamedha. Dubartiin kun barreessituu maxxansuudha. Yeroo baayyee dogoggoraan...

Teeknooloojii Deebii Muddamaa

Gara yaada ijootti osoo hin ce’iin dura waan tokko ibsuun gaariidha. Yeroo baay’ee Nurulhudaa irratti barruulee adda addaa yeroo barreessinu jecha Maashinii jedhu caalaa jecha konkolaataa jedhu fayyadamna. namootni hedduun maaliif afaan Amaaraatiin maashinii barreessina jedhanii nu lolan. Jalqaba irratti Makiinaa jecha Afaan Xaaliyaaniiti malee jecha Amaaraa miti. Afaan Xaaliyaaniitiin Macchina jedhama. Sababni guddaan jecha...

SIM Card Bilbilaa Hafuuf Jira

Guddinni teeknooloojii guyyaa guyyaan fooyya’aa jira.   Oomishtoonni elektirooniksii hundi waan 5 irratti xiyyeeffataniiru. Inni jalqabaa guddina meeshaa kanaa haalaan hir’isuu, inni lammaffaan ulfaatina isaa hir’isuu, inni sadaffaan dizaayinii isaa miidhagsuu, inni afraffaan humna xiqqaadhaan akka hojjetu gochuudha (Power Consumption), inni shanaffaan immoo qulqullina isaa fooyyessuudha. SIM card bilbilaa kanaaf fakkeenya guddaadha. Kanaan dura SIM...

Telegram

Appilikeeshiniin Telegram yeroo ammaa kana jaalala horachaa jira. Akka ragaan mul’isutti har’a namoonni Telegiraamii fayyadaman miliyoona 900 ol ta’u. Dhaabbileen hedduun oomisha isaanii beeksisuuf chaanaalii telegiraamii bananiiru. Dhaabbileen mootummaas odeeffannoo adda addaa karaa telegiraamii ummataaf qooduun filataniiru. Kunis Telegram namoota hedduu biratti akka jaallatamu taasisaa jira. Appilikeeshiniin telegiraamii kun teknooloojiiwwan sadarkaa olaanaa qaban hedduu qaba....

Namni tokko intala takka yoo fuudhuu fedhee laallate akkam?

Deebisaa: Namni dhiiraa ka intala fuudhuuf barbaaduu fi intaltis tan heerumuu barbaaddu wal laallachuun islaamummaa keessatti halaali. Haadhaa fi abbaan intala tiyya laaluun hin ta’u jedhanii yoo dhoorkan, wallaalummaa isaaniiti. Wal laallatiinsa jechuun garuu daangaa qaba. Hoteelaa fi kaafteeriyaa addaa keessa kophaa wajjiin deemanii bashannanuu, wajji waan haraam dalaguu miti. Wal laallatiinsa yoo jedhamu waan daqiiqaa...

Rabbanaa Qur’aan keessaa

رَبَّنَا وَٱجۡعَلۡنَا مُسۡلِمَيۡنِ لَكَ وَمِن ذُرِّيَّتِنَآ أُمَّةٗ مُّسۡلِمَةٗ لَّكَ وَأَرِنَا مَنَاسِكَنَا وَتُبۡ عَلَيۡنَآۖ إِنَّكَ أَنتَ ٱلتَّوَّابُ ٱلرَّحِيمُ “Gooftaa keenya! Nu lamaanuu siif ajajamoo nu taasisi; sanyii keenya irraas ummata Siif ajajamtoota (taasisi), Manaasika’ keenyas (sirnoota hajjiifi umraah) nutti agarsiisi, Tawbaa keenyas nurraa qeebali, Dhugumatti, Ati Situ akkaan tawbaa qeebalaa, akkaan rahmata godhaadha. رَبَّنَا وَٱبۡعَثۡ فِيهِمۡ...

Saayinsii fii Qur’aana kutaa 2ffaa

Saayinsii fii Qur’aana kutaa 2ffaa QORMAATA QUR’AANAA Ogbarruu fi walaloo meeshaa ta’aniiru kan ibsa namaa fi kalaqa namaa, aadaa hunda keessatti. Addunyaan yeroo ogbarruun itti dagaagees argitee jirti. Walaloon immoo gosa boonsaa kana fudhateera amma saayinsii fi teeknooloojiin itti gammadu.   Hayyoonni Muslima hin taane illee Qur’aanni akka jecha namaa hin taane  irratti walii galu,...

Saayinsii fii Qur’aana kutaa 1ffaa

Saayinsii fii Qur’aana kutaa 1ffaa Kutaaleen uumama wajjin walqabatan Qur’aana keessatti bakka adda addaatti kan mul’atan yoo ta’u, kanneen akka: إِنَّ فِي ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلۡأَرۡضِ لَأٓيَٰتٖ لِّلۡمُؤۡمِنِينَ Samiileefi dachii keessa Dhugumatti mu’uminootaaf mallattooleetu jira. وَفِي خَلۡقِكُمۡ وَمَا يَبُثُّ مِن دَآبَّةٍ ءَايَٰتٞ لِّقَوۡمٖ يُوقِنُونَ Uumama keessaniifi lubbu qabeeyyii irraa waan Inni (Rabbiin dachii keessa) facaasu keessas namoota...

9. Adurreen Salaata ni balleessitii?

Gaaffii: Yeroon salaatu Adurreen narra naannofti salaatni koo ni badaa? Deebiii: Ergamaan Rabbii Sallallaahu Aaleyhi Wassallam dhimma adurreetiin wal qabatee akkas jedhan, “bashoon ykn adurreen khaadima keessan kan mana keessaati. Hoggaa nyaattanii fi dhugdan isiniin naannayu.” Walumaa galatti bashoon ykn adurreen salaata keessa sitti mammaramuun salaata kee hin balleessu. Fatawaa biyya alaa Adurreen qulqulluudha.  Kanaafuu adurreen...

8. Gaaffii: Namni tokko osoo Qur’aana hin qara’in yoo salaata salaate, salaatni isaa akkami?

Deebii: Rabbiin Qur’aana keessatti waan dandeettaniin qara’aa jedhe. sababa qur’aana Qara’uu dhiifteef salaanni kee hin badu. Garuu faatihaan Arkaana salaataa keessa waan galtuuf jecha, faatihaa dhiifnaan salaanni kee bade. Muslimootni dhimma suuratul Faatihaa irratti xiyyeeffannaan hojjachuu qabu. Suuraa kana qomatti qabachuun haalaan barbaachisaadha. Sababni isaa Ergamaan Rabbii Sallallaahu Alayhi Wasallam, “Nama Faatihaa hin qara’iniif salaatni isaa hin...