Nikaahni bakka abbaan dhimaa hin jirretti hidhamuun taatii?
Gaafii ? Anaa fi intalli takka wal jaalanne. Erga wal jaalanne booda warri keenya lamaan walitti dhufanii nikaaha nama godhus yaaman. Garuu guyyaa nikaaha godhan sani, ‘eenyuun bakka buufatta’ naan hin jenne, ‘hayyama godhi’ naan hin jenne. Anuma duubaan nikaaha godhanii xumuranii, nikaahni kun sirriidhaa? Deebii: Nikaahni ulaagaa afur yokiin shan qaba. Inni jalqabaa, Abbaan intalaa,...













