logo gs

Qilleensi Duumessa Ulfeessa.

Qur’aannis taatee roobaa ni eereera:

ٱللَّهُ ٱلَّذِي يُرۡسِلُ ٱلرِّيَٰحَ فَتُثِيرُ سَحَابٗا فَيَبۡسُطُهُۥ فِي ٱلسَّمَآءِ كَيۡفَ يَشَآءُ وَيَجۡعَلُهُۥ كِسَفٗا فَتَرَى ٱلۡوَدۡقَ يَخۡرُجُ مِنۡ خِلَٰلِهِۦۖ فَإِذَآ أَصَابَ بِهِۦ مَن يَشَآءُ مِنۡ عِبَادِهِۦٓ إِذَا هُمۡ يَسۡتَبۡشِرُونَ
Rabbiin Isa qilleensa erge, isiin duumessa sochoofte. akka fedhetti samii keessa isa bittinneessa; addaan kukkutamaas isa taasisa. Roobas kan gidduu isaatii bahu argita. Yeroo ittiin (rooba sanaan) gabroota Isaa irraa nama fedhe tuqe, yeroma san isaan ni gammadu.
Suuraa 30:48
Qorannoon yeroo dhiyootti waa’ee haayidirooloojii irratti godhame illee caqasoota waggoota 1400 dura mul’atan waliin walii gala! Waa’ee argannoowwan ajaa’ibsiisoo Qur’aana keessatti caqafaman caalaatti baruuf Dr. Zakir Naik beekumsa isaa waan nuuf kennee jira, kitaabota isaa sirritti dubbisaa.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*