logo gs

Saayinsii fii Qur’aana kutaa 2ffaa

Saayinsii fii Qur’aana kutaa 2ffaa

QORMAATA QUR’AANAA

Ogbarruu fi walaloo meeshaa ta’aniiru
kan ibsa namaa fi kalaqa namaa, aadaa hunda keessatti.
Addunyaan yeroo ogbarruun itti dagaagees argitee jirti.
Walaloon immoo gosa boonsaa kana fudhateera
amma saayinsii fi teeknooloojiin itti gammadu.

 

Hayyoonni Muslima hin taane illee Qur’aanni akka jecha namaa hin taane  irratti walii galu,
Ogbarruu Arabaa par excellence – isa hunda caalu ta’uu isaa Ogbarruu Afaan Arabaa fuula lafaa irratti. Qur’aana
ilmi namaa kan akka isaa akka oomishuuf qormaata ilma namaatiif kennametu jira : innis maali jennaan

 

وَإِن كُنتُمۡ فِي رَيۡبٖ مِّمَّا نَزَّلۡنَا عَلَىٰ عَبۡدِنَا فَأۡتُواْ بِسُورَةٖ مِّن مِّثۡلِهِۦ وَٱدۡعُواْ شُهَدَآءَكُم مِّن دُونِ ٱللَّهِ إِن كُنتُمۡ صَٰدِقِينَ
Yoo waan Nuti gabricha keenya irratti buufne (Qur’aana) irraa mamii keessatti taatan, suuraa akka isaa [tokko] fidaatii ragoota (gargaartotaafi deeggartoota) keessan kan Rabbiin ala jiranis waamadhaa.yoo kan dhugaa dubbattan taatan.
فَإِن لَّمۡ تَفۡعَلُواْ وَلَن تَفۡعَلُواْ فَٱتَّقُواْ ٱلنَّارَ ٱلَّتِي وَقُودُهَا ٱلنَّاسُ وَٱلۡحِجَارَةُۖ أُعِدَّتۡ لِلۡكَٰفِرِينَ
Yoo [amma] hin dalagin; fuuldurattis hin dalagdanu; kanaafuu ibidda qabsiisaan ishee namaafi dhagaa ta’e kan kaafirootaaf qopheeffamte sodaadhaa.
Qur’aana Suuraa 2:-23-24

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*