Gaaffii: Nama salaata tokko salaata tokko dhiisu ammoo kan sadaqatu maal godhu? sadaqaan isaa sun salaata isaa irraa bakka bu’uu danda’aa? Qadaa ni deebisaa?
Deebii: Bakka hin buutu. Nasihaa godhaniif akka walitti dhaabee salaatu. Towbadhu gama Rabbi kankeeti kadhu. Yoo kan beeku taate guyyaa inni irraa dabre sana qadaa deebisa. Yoo kan hin beeyne taate toowbaa godhaa jechu. Namni salaata dhiisu takkaa waliigalatti haa dhiisuu takkaa keessaa waa haa dhiisuu namni salaata dhiisu tokko Rabbi biratti abaarama. Ulamaa’ii islaama garii biratti inumaahuu kaafira diinaa islaamaa keessaa ni baha.