AI jechuun maal jechuudha? Teeknooloojiin AI Waan Akkamiiti?

AI jechuun maal jechuudha? AI jechuun Artificial Intelligence, hiikaan isaa Ogbarruu/Yaada Namoota fakkeessu jechuudha. Akka afaan Oromoo salphaan yoo ibsamu:  Teeknooloojii kompitara ykn meeshalee gara garaa kan ogummaa nama fakkaatu qaban jechuudha. Kana jechuun kompiterri ykn systemiin tokko yaaduu, hubachuu, murteessu, barachuu, rakkoo furuu danda’u. Amala AI maal fa’i? AI’n hojiiwwan hedduu nama fakkaatan raawwata....