Social Median Qarshii Namaaf Kaffalaa? Maalif Kaffala?

Namootni Hedduun Marsaaleen Hawaasaa Qarshii Namaaf Kaffala Yeroo jedhan Gariin Ammoo soba jechuun yeroo dubbatan ni dhagahama. Isin Miidiyaan Hawaasaa isinif kaffalee beekaa? Social Media Kamtu isiniif kaffale? Bara 1990moota fi 2000moota jalqabaatti interneetiin bal’inaan fayyadamamuu eegale. Yeroo sanitti: Friendster (2002), MySpace (2003), Hi5 (2003) akkasumas Facebook (2004) dhalatan. Yeroo kana Social Media networking qofaan...