Muhammad ibn Musa al-Khwarizmi Eenyu?

Dhaloota Golden Age Jedhaman  Islaama Keessaa tokko kan ta’e kan hojii isaa hanga har’aa addunyaan fayyadamaa jirtu Eenyu akka ta’e Beektuu? Muhammad ibn Musa al-Khwarizmi qorataa herregaa (mathematics), (astronomy), fi ji’oograafii (geography) kan bara 780 – 850 Miilaadi keessa jiraateedha.Maqaan isaa “al-Khwarizmi” jedhu bakka inni dhalate irraa dhufe: Khwarizm, yeroo ammaa naannoo Khiva (Uzbekistan) keessatti...