Eenyummaa Nabi Muhammad saw Qaphxiilee 12
Nabi Muhammadiin ﷺ Ergamoota biraa irraa maaltu adda isaan taasisa ? 1. RABBIIN Nabiyyii Aadam irraa jalqabee jiran hunda yoo Nabi Muhammad [S.A.W] yeroo isaanii keessatti ergaman itti amanuu fi isa hordofuu waadaa seensise. 2. RABBIIN guddaan badii isaanii isa duraa fi isa boodaas dhiiseefii jira, kunis Nabi Muhammadiif qofa ture. 3. RABBIIN umrii Nabi...




