logo gs

Utubaawwan 5n Islaamaa

  • 1.Shahaada (Amantii) .

Allah malee waaqni dhugaan gabbaramu akka hin jiree amanuufii Nabi Muhammad ergamaa Isaa (s.a.w) tahuu ragaa bahuu

  • 2. Salaah (Salaata) .
    Salaanni nama Muslima hunda irratt bara jireenya isaa/isii  guutuu guyyaatti si’a shan akka salaatamu beekanii salaatuu .
  • 3. Zakaa (Sadaqaa) .
    Gocha qabeenya Muslimaa keessaa 2.5 waggaa waggaan namoota  rakkataniif kennuu.
  • 4. Sawm (Soomana) .
    waggaa keessatti ji’a kabajamaa baatii Ramadaanaa soomuu.
  • 5. Hajjii (Hajjii) .
    Hajjii qulqulluun gara Makkaatti godhamu, nama Muslima tahe hunda irrat yoo xiqqaate umurii isaanii keessatti al tokko hajjii godhuu.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*