BINEENSI FI SIMBIROON HAWAASAAN JIRAATA

qorannoon akka mul’isutti,  Bineensonni fi simbirroonni akkuma namatti Hawaasaan jiraatan,  ni gurmaa’u, fi waliin Hojjattu, wali wajjiin jiraatu.

وَمَا مِن دَآبَّةٖ فِي ٱلۡأَرۡضِ وَلَا طَٰٓئِرٖ يَطِيرُ بِجَنَاحَيۡهِ إِلَّآ أُمَمٌ أَمۡثَالُكُمۚ ….

Deddeemtuu dachii keessaas ta’ee simbirroon koola isaa lamaaniin bararus ummatoota akka keessanii malee hin taane.

Suuraa An’aam Aayata 38

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*