51. Qur’aana keessatti Nabiyyoota meeqa maqaan isaanii dhawame?

A. 25
B. 31
C. 110
D. 114

52. Qur’aana keessatti maqaan Madiinaa maali?

A. Bakkaa
B. Quds
C. Marwaa
D. Yathrib (Yasrib)

53. Akka Rasuulli صلى الله عليه وسلم jedhanitti amanamummaan maalitti nama geessa? (deebii 2)?

A.Umuriin nama dheeressutti n
B. Qajeelummatti
C. Jannatatti
D. jaartii argatutti nama geessa

54.  Haati manaa Rasuulaa صلى الله عليه وسلم yeroo صلى الله عليه وسلم fuudhe ijoollee kan qabduu fi dubartiin abbaan manaa irraa du’e kan taate kam?

A. Hafsaa (r.a) .
B. Khadiijaa (r.a) .
C. Zaynab bint Jahsh (r.a) .
D. Ummu Salamaa (r.a) .

55. Kanneen armaan gadii keessaa maqaan Rabbii kan hiikkaa Irra Jaalataa jedhu qabu isa kami?

A. Al-Majiid
B. Al-Waduud
C. Al-Muqtadir
D. Al-Jabbaar

Comments (10)

  • Karaa Jannata

    July 15, 2025

    51-A
    52-D
    53-B fi C
    54-D
    55-B

  • Jeettii JY

    July 15, 2025

    Deebii

    51, A
    52, D
    53, B & C
    54, B
    55, B

    • Nanatu

      July 15, 2025

      51ffaan A. 52ffaan D. 53ffaan B fi C. 54ffaan D. 55 ffaan B.

  • Afendii

    July 15, 2025

    1,A
    2,B&C
    3,B
    4,B

  • Asladen Ayub

    July 15, 2025

    51. A 52. D 53. B. and. c 54. B 55 B

  • Nasraa Hasan

    July 15, 2025

    51 A
    52 F
    53 B&C
    54 D
    55 B

  • Misraa Huseen

    July 15, 2025

    51 a
    52 d
    53- b
    54 d
    55 b

  • Simale Gudata

    July 15, 2025

    51
    52D
    53B
    54B
    55B

  • Abdulwahab Kalid

    July 16, 2025

    51. A

    52. D

    53. B & C

    54. Khadijaa bint Khuwaylid (RA)

  • Fooziya Jaarra

    July 16, 2025

    51 A
    52. D
    53. B & C
    54 D
    55 B

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*