51. Qur’aana keessatti Nabiyyoota meeqa maqaan isaanii dhawame?
A. 25
B. 31
C. 110
D. 114
52. Qur’aana keessatti maqaan Madiinaa maali?
A. Bakkaa
B. Quds
C. Marwaa
D. Yathrib (Yasrib)
53. Akka Rasuulli صلى الله عليه وسلم jedhanitti amanamummaan maalitti nama geessa? (deebii 2)?
A.Umuriin nama dheeressutti n
B. Qajeelummatti
C. Jannatatti
D. jaartii argatutti nama geessa
54. Haati manaa Rasuulaa صلى الله عليه وسلم yeroo صلى الله عليه وسلم fuudhe ijoollee kan qabduu fi dubartiin abbaan manaa irraa du’e kan taate kam?
A. Hafsaa (r.a) .
B. Khadiijaa (r.a) .
C. Zaynab bint Jahsh (r.a) .
D. Ummu Salamaa (r.a) .
55. Kanneen armaan gadii keessaa maqaan Rabbii kan hiikkaa Irra Jaalataa jedhu qabu isa kami?
A. Al-Majiid
B. Al-Waduud
C. Al-Muqtadir
D. Al-Jabbaar
Karaa Jannata
July 15, 202551-A
52-D
53-B fi C
54-D
55-B
Jeettii JY
July 15, 2025Deebii
51, A
52, D
53, B & C
54, B
55, B
Nanatu
July 15, 202551ffaan A. 52ffaan D. 53ffaan B fi C. 54ffaan D. 55 ffaan B.
Afendii
July 15, 20251,A
2,B&C
3,B
4,B
Asladen Ayub
July 15, 202551. A 52. D 53. B. and. c 54. B 55 B
Nasraa Hasan
July 15, 202551 A
52 F
53 B&C
54 D
55 B
Misraa Huseen
July 15, 202551 a
52 d
53- b
54 d
55 b
Simale Gudata
July 15, 202551
52D
53B
54B
55B
Abdulwahab Kalid
July 16, 202551. A
52. D
53. B & C
54. Khadijaa bint Khuwaylid (RA)
Fooziya Jaarra
July 16, 202551 A
52. D
53. B & C
54 D
55 B