66. Maqaan ilma dubrii Khadijaa (r.a) ka qeesii ture eennu ?
A. Bahar
B. Waraqah
C. Abu Jahal
D. Nawfal
67. Bilaal (RA) eenyutu bitee bilisa isa baase?
A. Umar (r.a)
B. Abu Bakr (r.a)
C. Hamza (r.a)
D. Usmaan
68. Nabiyyiin صلى الله عليه وسلم gaafa Khadiijaa (RA) fuudhan umriin isaanii meeqa ture?
A. 30
B. 20
C. 25
D. 35
69. Nabiyyiin صلى الله عليه وسلم Wahyii jalqabaa, Qur’aana ji’a Islaamaa kam keessatti argatan ?
A. Muharram
B. Rabi Ul Awal
C. Ramadan
D. Rajab
70. Maqaan Umar (RA)f kenname maali?
A. Assiddiiq
B. At tayyaar
C. Dhu Noorayn
D. Al imraan
Jeettii JY
July 17, 2025Deebii
66, B
67, B
68, C
69, C
70, Deebiin hin jiru
Nasraa Hasan
July 17, 202566 B
67 B
68 C
69 C
70 B
Nanatu
July 17, 202566ffaan B. 67ffaan B. 68ffaan C. 69ffaan C. 70ffaan B.