76. Intalli Khadijaa (r.a.) …… abbaa warraa ishee Usmaan bin Affaan waliin gara Abisiniyaatti godaante
A) Faaximaa
B) Zayinab
C) Ruqaayyaa
D) Umm Kultuum
77. Khalilullaah jedhamuun kan beekkamu eenyu ture ?
A) Isaa (a.s.) .
B) Ibraahim (a.s.) .
C) Ismaa’eel (a.s.) .
D) Idriis (a.s.) jedhamu.
78. Nuh (a.s.) yoo xiqqaate waggaa …….. jiraate.
A) 775
B) 860
C) 950
D) 980
79. A’ishaan (r.a.) Hadiisa……… odeessite.
A) 1730
B) 2210
C) 3420
D) 4140
80. Maqaan obboleettii angafaa Aishah (r.a.) …. ture ?
A) Salmaa (r.a.) .
B) Zaayinaab (r.a.) .
C) Asmaa (r.a.) .
D) Hafsaa (r.a.) .