76. Intalli Khadijaa (r.a.) …… abbaa warraa ishee Usmaan bin Affaan waliin gara Abisiniyaatti godaante

A) Faaximaa
B) Zayinab
C) Ruqaayyaa
D) Umm Kultuum

77.  Khalilullaah jedhamuun kan beekkamu eenyu ture ?

A) Isaa (a.s.) .
B) Ibraahim (a.s.) .
C) Ismaa’eel (a.s.) .
D) Idriis (a.s.) jedhamu.

78.  Nuh (a.s.) yoo xiqqaate waggaa …….. jiraate.

A) 775
B) 860
C) 950
D) 980

79.  A’ishaan (r.a.) Hadiisa……… odeessite.

A)  1730
B) 2210
C) 3420
D) 4140

80.  Maqaan obboleettii angafaa Aishah (r.a.) …. ture ?

A) Salmaa (r.a.) .
B) Zaayinaab (r.a.) .
C) Asmaa (r.a.) .
D) Hafsaa (r.a.) .

Comments (6)

  • Abdi Seid

    July 22, 2025

    Deebii eessatti deebisna?

  • Asladen Ayub

    July 27, 2025

    76. C

    77. B

    78 C

    79. B

    80. C

  • Amir Mustefa

    July 27, 2025

    C
    B
    C
    B
    C

  • Jeettii JY

    July 27, 2025

    Deebii

    76, C
    77, B
    78, C
    79, B
    80, C

  • Nanatu

    July 28, 2025

    76 C. 77 B. 78 C. 79 B. 80 C.

  • Fooziya Jaarra

    August 3, 2025

    76 C
    77 B
    78 C
    79 B
    80 C

Leave a Reply to Amir Mustefa Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked*