91. Utubaan iimaanaa meeqa ?
A. 1
B. 3
C. 9
D. 10
92. Suuraa kamitu “Onnee (Qalbii) Qur’aanaa” jedhamuun beekama?
a) Suuraa Al-Fatihaa
b) Suuraa Al-Baqaraa
c) Suuraa Yaasiin
d) Suuraa Al-Ikhlas
93. Nabiyyii kamtu qurxummii dhaan liqimfamuun beekama ?
A. Nabi Nuh (as) .
B. Nabi Muusaa (as) .
C. Nabi Yuunus (as) .
D. Nabi Ibraahim (as) .
94. Hiikni jecha “Qur’aana” jedhuu maali?
a) Qajeelfama
b) Kitaaba
c) Qara’uu
d) Beekumsa
95. 13. Qur’aana keessatti suuraan dheeraan kami?
A) Suuraa Al-Baqaraa
B) Suuraa Al-Alaq
C) Suuraa Al-Furqaan
D) Suuraa Al-A’raaf