91. Utubaan iimaanaa meeqa ?

A. 1
B. 3
C. 9
D. 10

92.  Suuraa kamitu “Onnee (Qalbii) Qur’aanaa” jedhamuun beekama?

a) Suuraa Al-Fatihaa

b) Suuraa Al-Baqaraa

c) Suuraa Yaasiin

d) Suuraa Al-Ikhlas

93.  Nabiyyii kamtu qurxummii dhaan liqimfamuun beekama ?

A. Nabi Nuh (as) .
B. Nabi Muusaa (as) .
C. Nabi Yuunus (as) .
D. Nabi Ibraahim (as) .

94. Hiikni jecha “Qur’aana” jedhuu maali?

a) Qajeelfama

b) Kitaaba

c) Qara’uu

d) Beekumsa

95.  13. Qur’aana keessatti suuraan dheeraan kami?

A) Suuraa Al-Baqaraa
B) Suuraa Al-Alaq
C) Suuraa Al-Furqaan
D) Suuraa Al-A’raaf

Comments (6)

  • Sultan

    July 22, 2025

    Haaluma kanaan itti fufaa

  • Asladen Ayub

    July 27, 2025

    91 C

    92 C

    93. C

    94. C

    95. A

  • Nasraa Hasan

    July 27, 2025

    91 A
    92 C
    93 C
    94 A
    95 A

  • Jeettii JY

    July 27, 2025

    Deebii

    91, Deebiin hin jiru
    92, C
    93, C
    94, C
    95, A

  • Nanatu

    July 28, 2025

    91 B. 92 A. 93 C. 94 A. 95 A.

  • Fooziya Jaarra

    August 3, 2025

    91 B
    92 C
    93 C
    94 C
    95 A

Leave a Reply to Nanatu Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked*