96. Maqaan gosa Nabiyyii keenya qulqulluu صلى الله عليه وسلم maali?
A. Baanuu Aws
B.Baanuu Umayyaa
C.Baanuu Makhzum.
D.Baanuu Qureeysh
97. Akka Qur’aanaatti Masjiidni jalqabaa fi durii isa kami?
A. Masjid al-Haram
B.Masjid al-Aqsaa
C.Masjid Quba
D.Masjid Nabaawii
98. Nabi صلى الله عليه وسلم waliin hijraa eenyutu imale?
A. Umar ibnu Al-Khattaab (RA) .
B.Abuu Bakr As-Siddiq (RA) .
C. Alii ibnu Abii Xaalib (RA) .
D.Usmaan ibnu Affaan (RA) .
99. Nabiyyiin صلى الله عليه وسلم yeroo addunyaa kanarraa boqotan umriin isaanii meeqa ture?
A. Waggaa 60
B.waggaa 63
C.waggaa 65
D. Waggaa 50
100. Nabiyyiin صلى الله عليه وسلم holqa kam keessa yeroo hijraa boqotan?
A.Holqa Hiraa
B.Haalaa Thawr
C.Holqa Nur
D.Haalaa Safa
Asladen Ayub
July 27, 202596 D
97 C
98 B
99. B
100. B
Adinaan Abdurazzek
July 27, 202596 D
97 A
98 B
99 B
100 B
Adinaan Abdurazzek
July 27, 202596 D
97 A
98 B
99 B
100 B
Ismael
July 27, 202596.D
97.B
98.B
99.B
100.A
Jeettii JY
July 27, 2025Deebii
96, D
97, C
98, B
99, B
100, B