96. Maqaan gosa Nabiyyii keenya qulqulluu صلى الله عليه وسلم maali?

A. Baanuu Aws
B.Baanuu Umayyaa
C.Baanuu Makhzum.
D.Baanuu Qureeysh

97. Akka Qur’aanaatti Masjiidni jalqabaa fi durii isa kami?

A. Masjid al-Haram
B.Masjid al-Aqsaa
C.Masjid Quba
D.Masjid Nabaawii

98. Nabi صلى الله عليه وسلم waliin hijraa eenyutu imale?

A. Umar ibnu Al-Khattaab (RA) .
B.Abuu Bakr As-Siddiq (RA) .
C. Alii ibnu Abii Xaalib (RA) .
D.Usmaan ibnu Affaan (RA) .

99.  Nabiyyiin صلى الله عليه وسلم yeroo addunyaa kanarraa boqotan umriin isaanii meeqa ture?

A. Waggaa 60
B.waggaa 63
C.waggaa 65
D. Waggaa 50

100.  Nabiyyiin صلى الله عليه وسلم holqa kam keessa yeroo hijraa boqotan?

A.Holqa Hiraa
B.Haalaa Thawr
C.Holqa Nur
D.Haalaa Safa

 

Comments (5)

  • Asladen Ayub

    July 27, 2025

    96 D

    97 C

    98 B

    99. B

    100. B

    • Adinaan Abdurazzek

      July 27, 2025

      96 D
      97 A
      98 B
      99 B
      100 B

  • Adinaan Abdurazzek

    July 27, 2025

    96 D
    97 A
    98 B
    99 B
    100 B

  • Ismael

    July 27, 2025

    96.D
    97.B
    98.B
    99.B
    100.A

  • Jeettii JY

    July 27, 2025

    Deebii

    96, D
    97, C
    98, B
    99, B
    100, B

Your email address will not be published. Required fields are marked*