6) Az-Zaqqum maali?

A.Nyaata ummata ibidda jahannam
B.dhugaatii Ummata ibidda jahannam
C. Mana ummata ibidda jahannam
D. Uffata ummata ibidda jahannam

7) Sidrat al-Muntahaan

jechuun maali?

A. Nyaata namoota jannataa
B. Muka ejersaa daangaa isa fagoo
C. Muka loozii daangaa isa fagoo
D. Ummata jannataaf dhugaa

8) Hariiroon Nabi Muusaa (alayhi as-salaam) & Nabi Haroon (alayhi as-salaam) gidduu jiru maali ture?

A. Dubrii
B. Obboleeyyan
C. Abbaa & ilma
D. Hiriyyoota

9) Suuraan 2 kamtu kamiifii kamtu, eegumsa ija hamaa & falfala namarraa deebisu ?
A. Suuraa Yaasiin
B. Suuraa Falaaq
C. Suuraa Ikhlas
D. Suuraa Naas

10) Kanneen armaan gadii keessaa fakkeenya Meejar Shirkii (gurguddoo) kan hin taane isa kami?
A. Nabiyyii tokko irraa gargaarsa gaafachuu
B. Eebbaaf gara awwaala nama Rabbiin sodaatuu dhaquun kadhatuu
C. Rabbiin & amantii Isaa ganuu.
D. Of agarsiisuu

 

Comments (23)

  • Abdurrahman Sheikhsharaf

    July 13, 2025

    6.A 7.B 8.B 9.B fi D 10.D

    • Nanatu

      July 13, 2025

      6ffaan A. 7ffaan. B. 8ffaan B. 9ffaan B fi D. 10ffaan. D

      • Amir

        July 13, 2025

        A
        B
        B
        B D
        D

    • Saalim Ahmed

      July 13, 2025

      6.A
      7.B
      8.B
      9.BfiD
      10.B

  • Xalhaa Jamaal

    July 13, 2025

    Jabaadha obballeeyyan

    • Saalim Ahmed

      July 13, 2025

      6.Azzaqquum =

  • Nanatu

    July 13, 2025

    6ffaan A. 7ffaan. B. 8ffaan B. 9ffaan B fi D. 10ffaan. D

  • Hussein Aliy Adem

    July 13, 2025

    6-A
    7-C
    8-B
    9-B fi D
    10-D

  • Xalhaa Jamaal

    July 13, 2025

    deebisa kana silaa keysan erggatani ! maalif jannaan comanti kanaan walirra hojjachus ni danda’an waan te’ef akkam jattan?

  • Seyfuddiin Tofiq

    July 13, 2025

    6.B
    7,D
    8,A
    9, C fi D
    10,D

    Hananumaan Arge Carraa Gaarii ♥️♥️

  • Honey Nure

    July 13, 2025

    6) A
    7) B
    8) B
    9) B
    10) D

  • Seyfuddiin Tofiq

    July 13, 2025

    Deebisaa Eysaan Arganna❓

  • Fooziya Jaarra

    July 13, 2025

    6 A
    7 B
    8. B
    9. D
    10 D

  • Dr Biinii Oro

    July 13, 2025

    6-A
    7-c
    8-b
    9-bfid
    10-d
    Oromia best or dr biinii irraa!

  • Fadila Ahemd

    July 13, 2025

    6A 7A 8B 9B Fi D 10D

  • Abdulwahab Kalid

    July 13, 2025

    6-A
    , 7-B,
    8-B,
    9-B fi D,
    10-A

  • Maawii

    July 13, 2025

    A
    B
    B
    B c d
    A fii d

  • Maawii

    July 13, 2025

    A
    B
    B
    B c d
    d

  • Karaa Jannata

    July 13, 2025

    6-A
    7-C
    8-B
    9-B fi D
    10-D

  • Zubeer Mohammed

    July 14, 2025

    6-A
    7-B
    8-B
    9-B&D
    10-D

  • Rafiiqul Islaam

    July 14, 2025

    Deebii sirrii:

    6. A. Nyaata ummata ibidda jahannam

    7. B. Muka ejersaa daangaa isa fagoo

    8. B. Obboleeyyan

    9. B. Suuraa Falaaq fi D. Suuraa Naas

    10. D. Of agarsiisuu

  • Muzemmil Jemal

    July 15, 2025

    6 A
    7 B
    8 B
    9 B
    10 D

  • Simale Gudata

    July 15, 2025

    6A
    7C
    8B
    9B
    10D

Leave a Reply to Rafiiqul Islaam Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked*