1) Nabi Muhammad (صلى الله عليه وسلم) muka damee 300+ dhaabuun gabra ta’uu irraa Sahaabaan bilisa ta’uuf gargaaran maqaan isaa eennu?
A. Bilaal ibnu Rabah (ra) .
B. Thawban ibnu Bujdud (ra) .
C. Zayd ibnu Harisaa (ra) .
D. Salmaan al Fariisii (ra) .
2. Halkan hirribaaf osoo hin ciisin dura Ayaatul Kursii qara’uun Bu’aan isaa maali?
A.Beela namarraa balleessa
B. Humna siif kenna
C.Hanga aduun baatutti miidhaa irraa eegamta
D. Mana Jannah keessa siif ijaarama.
3) Nabiyyiin (a.s) kamtu Jinnii irrattis moo’ee, akkasuma bineensa waliin haasa’uu danda’e?
A. Suleemaan (a.s) .
B. Daawud (a.s) .
C. Yuunus (a.s) .
D. Muusaa (a.s) .
4) Zam Zam jechuun maal jechuudha?
A.Bishaan qulqulluu
B.Bishaan boolla bishaanii
C. Dhaabbadhu
D. Dhugaatii
5) Namni tokko osoo beeku salaata Asrii yoo darbe wanta 2 dhaba isaan maaliif maaliidha ?
A.Michoota (hiriyoota)
B. Maatii
C. Qabeenya
D. Yeroo
Abdurrahman Sheikhsharaf
July 13, 20251. B , 2.C ,3.A. ,4. B, , 5. B fi C
Hamziya Hamziya
July 13, 20251B
2A
3 A
4A
5C
Alii
July 14, 20251:A 2:C 3:A 4:A 5:BC
Amin Kadir
July 13, 20251ffaan (B
2ffaan (C)
3ffaan (A)
4ffaan ❨C)
5faan A$D
Hajo Hasen
July 15, 20251,A 2,C 3, A 4, A 5, A
1B 2C 3A4 C 5B Fi C
July 13, 2025Jabadha
Alii
July 14, 20251:A 2:C 3:A 4:A 5:BC
Nanatu
July 13, 20251. B. 2. C. 3. A. 4. A. 5. B fi c
Hussein Aliy Adem
July 13, 20251-D
2-C
3-A
4-C
5-B fi C
Fooziya Jaarra
July 13, 20251 D
2. C
3 A
4 A
5 B fi C
Maftuhaa Jihad
July 13, 20251ffa. A
2ffa C
3ffa C
4ffa A
5ffa BfiCdhaa.
Saalim Ahmed
July 13, 20251.B
2.C
3.A
4.C
5.C&D
Saalim Ahmed
July 13, 20251.B
2.C
3.A
4.C
5.C&D
Saalim Ahmed
July 13, 20251.B
2.C
3.A
4.C
5.C&D
Fadila Ahemd
July 13, 20251C 2C 3A 4A 5C
Abdulwahab Kalid
July 13, 20251,C. 2,A 3,C 4, A 5, A
Maawii
July 13, 2025D
C
A
C
B fii C
Karaa Jannata
July 13, 20251-D
2-C
3-A
4-C
5-B,C
Amir
July 13, 2025B
C
A
C
B C
Asladen Ayub
July 13, 20251 D 2 C 3 A 4A 5 c
Alii
July 14, 20251:A 2:C 3:A 4:A 5:BC
Rafiiqul Islaam
July 14, 20251. D. Salmaan al Fariisii (ra)
2. C. Hanga aduun baatutti miidhaa irraa eegamta
3. A. Suleemaan (a.s)
4. C. Dhaabbadhu
5. A. Michoota (hiriyoota), C. Qabeenya