1) Nabi Muhammad (صلى الله عليه وسلم) muka damee 300+ dhaabuun gabra ta’uu irraa Sahaabaan bilisa ta’uuf  gargaaran maqaan isaa eennu?

A. Bilaal ibnu Rabah (ra) .
B. Thawban ibnu Bujdud (ra) .
C. Zayd ibnu Harisaa (ra) .
D. Salmaan al Fariisii (ra) .

2. Halkan hirribaaf osoo hin ciisin dura Ayaatul Kursii qara’uun Bu’aan isaa maali?

A.Beela namarraa balleessa
B. Humna siif kenna
C.Hanga aduun baatutti miidhaa irraa eegamta
D. Mana Jannah keessa siif ijaarama.

 

3) Nabiyyiin (a.s) kamtu Jinnii irrattis moo’ee, akkasuma bineensa waliin haasa’uu danda’e?

A. Suleemaan (a.s) .
B. Daawud (a.s) .
C. Yuunus (a.s) .
D. Muusaa (a.s) .

 

4) Zam Zam jechuun maal jechuudha?

A.Bishaan qulqulluu
B.Bishaan boolla bishaanii
C. Dhaabbadhu
D. Dhugaatii

5) Namni tokko osoo beeku salaata  Asrii yoo darbe wanta 2 dhaba isaan maaliif maaliidha ?

A.Michoota (hiriyoota)
B. Maatii
C. Qabeenya
D. Yeroo

 

Comments (22)

  • Abdurrahman Sheikhsharaf

    July 13, 2025

    1. B , 2.C ,3.A. ,4. B, , 5. B fi C

    • Hamziya Hamziya

      July 13, 2025

      1B
      2A
      3 A
      4A
      5C

      • Alii

        July 14, 2025

        1:A 2:C 3:A 4:A 5:BC

  • Amin Kadir

    July 13, 2025

    1ffaan (B

    2ffaan (C)
    3ffaan (A)
    4ffaan ❨C)
    5faan A$D

    • Hajo Hasen

      July 15, 2025

      1,A 2,C 3, A 4, A 5, A

  • 1B 2C 3A4 C 5B Fi C

    July 13, 2025

    Jabadha

    • Alii

      July 14, 2025

      1:A 2:C 3:A 4:A 5:BC

  • Nanatu

    July 13, 2025

    1. B. 2. C. 3. A. 4. A. 5. B fi c

  • Hussein Aliy Adem

    July 13, 2025

    1-D
    2-C
    3-A
    4-C
    5-B fi C

  • Fooziya Jaarra

    July 13, 2025

    1 D
    2. C
    3 A
    4 A
    5 B fi C

  • Maftuhaa Jihad

    July 13, 2025

    1ffa. A
    2ffa C
    3ffa C
    4ffa A
    5ffa BfiCdhaa.

  • Saalim Ahmed

    July 13, 2025

    1.B
    2.C
    3.A
    4.C
    5.C&D

  • Saalim Ahmed

    July 13, 2025

    1.B
    2.C
    3.A
    4.C
    5.C&D

  • Saalim Ahmed

    July 13, 2025

    1.B
    2.C
    3.A
    4.C
    5.C&D

  • Fadila Ahemd

    July 13, 2025

    1C 2C 3A 4A 5C

  • Abdulwahab Kalid

    July 13, 2025

    1,C. 2,A 3,C 4, A 5, A

  • Maawii

    July 13, 2025

    D
    C
    A
    C
    B fii C

  • Karaa Jannata

    July 13, 2025

    1-D
    2-C
    3-A
    4-C
    5-B,C

  • Amir

    July 13, 2025

    B
    C
    A
    C
    B C

  • Asladen Ayub

    July 13, 2025

    1 D 2 C 3 A 4A 5 c

  • Alii

    July 14, 2025

    1:A 2:C 3:A 4:A 5:BC

  • Rafiiqul Islaam

    July 14, 2025

    1. D. Salmaan al Fariisii (ra)

    2. C. Hanga aduun baatutti miidhaa irraa eegamta

    3. A. Suleemaan (a.s)

    4. C. Dhaabbadhu

    5. A. Michoota (hiriyoota), C. Qabeenya

Leave a Reply to Amin Kadir Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked*