أَشْهَدُ أَنْ لَا إِلَـهَ إِلاَّ اللّهُ وَحْدَهُ لَا شَريـكَ لَـهُ وَأَشْهَدُ أَنَّ مُحَمَّـداً عَبْـدُهُ وَرَسُـولُـهُ

‘Ash-hadu ‘an laa ‘ilaaha ‘illallaahu wahdahu laa shareeka lahu wa ‘ash-hadu ‘anna Muhammadan ‘abduhu wa Rasooluhu.
Rabbii tokkicha, Kan hiriyaa hin qabne, kan isa malee kan biraa mirga gabbaramuu hin qabne tahuu ragaa nan baha; akkasumas Muhaammad gabrichaa Isaa fii Ergamaa Isaa ta’uu isaa ragaa nan baha.
[Muslim 1/209.]

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*