التَّحِيَّاتُ لِلّهِ، وَالصَّلَوَاتُ، وَالطَّيِّبَاتُ، السَّلاَمُ عَلَيْكَ أَيُّهَا النَّبِيُّ وَرَحْمَةُ اللّهِ وَبَرَكَاتُهُ، السَّلاَمُ عَلَيْنَا وَعَلَى عِبَادِ للّهِ الصَّالِحِينَ. أَشْهَدُ أَنْ لَا إِلَهَ إِلَاّ اللّهُ، وَأَشْهَدُ أَنَّ مُحَمَّداً عَبْدُهُ وَرَسُولُهُ

Attahiyyaatu lillaahi wassalawaatu , waxxayyibaatu , assalaamu ‘alayka ‘ayyuhan-Nabiyyu wa rahmatullaahi wa barakaatuhu, assalaamu ‘alaynaa wa ‘alaa ‘ibaadillaahis-saalihiina. ‘Ash-hadu ‘an laa ‘ilaaha ‘illallaahu wa ‘ash-hadu ‘anna Muhammadan ‘abduhuu wa Rasuuluhu.

Salaanni fii gad of deebisuun hundi Rabbiif, kadhannaa fi ibaadaan hunduu. Nageenyi sirra haa jiraatu yaa Nabiyyii rahmanni Rabbii sirra haa jiraatu. Nagaan nuuf haa ta’u yaa gabroota Rabbii gaggaarii . Rabbiin malee kan ibaadaa maluuf akka hin jirre ragaa nan baha, Muhaammad gabricha Isaa fi Ergamaa Isaa ta’uu ragaa nan baha.

[Al-Bukhari, Muslim 1/301.]

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*