- 1.Shahaada (Amantii) .
Allah malee waaqni dhugaan gabbaramu akka hin jiree amanuufii Nabi Muhammad ergamaa Isaa (s.a.w) tahuu ragaa bahuu
- 2. Salaah (Salaata) .
Salaanni nama Muslima hunda irratt bara jireenya isaa/isii guutuu guyyaatti si’a shan akka salaatamu beekanii salaatuu .
- 3. Zakaa (Sadaqaa) .
Gocha qabeenya Muslimaa keessaa 2.5 waggaa waggaan namoota rakkataniif kennuu. - 4. Sawm (Soomana) .
waggaa keessatti ji’a kabajamaa baatii Ramadaanaa soomuu. - 5. Hajjii (Hajjii) .
Hajjii qulqulluun gara Makkaatti godhamu, nama Muslima tahe hunda irrat yoo xiqqaate umurii isaanii keessatti al tokko hajjii godhuu.