Ifni aduu adeemsa keemikaalaa fuula isaa kan walitti fufiinsaan raawwatamaa ture
waggoota biliyoona shanan darbaniif. Xumura irra ni dhufa gara fuulduraatti yeroo tokkotti, yeroo aduun
guutummaatti ni dhaamfama, kunis gara dhabamsiisa jireenya lafarra jiru hunda. Dhaabbataa ta’uu dhabuu ilaalchisee jiraachuu aduu, Qur’aanni akkana jedha:
وَٱلشَّمۡسُ تَجۡرِي لِمُسۡتَقَرّٖ لَّهَاۚ ذَٰلِكَ تَقۡدِيرُ ٱلۡعَزِيزِ ٱلۡعَلِيمِ
Aduun hanga buufata isheef taheetti deemti, Sun murtee (Rabbii) injifataa, beekaati.
وَٱلۡقَمَرَ قَدَّرۡنَٰهُ مَنَازِلَ حَتَّىٰ عَادَ كَٱلۡعُرۡجُونِ ٱلۡقَدِيمِ
Baatii buufataalee isaa goonee jirra. hanga inni akka damee meexxii dullattiitti deebi’utti (deemsifne).
Qur’aana Suuraa 36:38