logo gs

Namni tokko nama biraatiif dhiiga kennuu ykn fudhatuuf gosa dhiigaa isa kamtu taha?

  • Home
  • Fayyaa
  • Namni tokko nama biraatiif dhiiga kennuu ykn fudhatuuf gosa dhiigaa isa kamtu taha?
  • Namni dhiigni isaa A+ tahe

âž–A+, AB+ kennuu danda’a.

âž– A+, A-, O+, O- irraa immoo fudhatuu ni danda’a

 

  • Namni dhiigni isaa AB+ tahe

âž–AB+ qofaaf kennu danda’a

âž–Gosa dhiigaa hunda irraa fudhatu danda’a.

 

  • Namni dhiigni isaa O+ tahe

âž– O+, A+, B+, AB+  ni kenna

âž– O+, O- tahe irra immoo fudhatuu ni danda’a

 

  • Namni dhiigni isaa B+ tahe

âž– B+, AB+ ni kenna

âž– B+, B-, O+, O- irraa immoo fudhatuu ni danda’a

 

  • Namni dhiigni isaa A- tahe

âž– A+, A-, AB+, AB- ni kenna

âž– A-, O- irr immoo fudhatuu ni danda’a

 

  • Namni dhiigni isaa AB- tahe

 

âž– AB+, AB- ni kennaa

 

âž–AB-, A-, B-, O- irraa fudhatuu ni danda’a

 

  • .Namni dhiigni isaa O-  tahe.

âž–gosa dhiigaa hundaaf ni kenna

âž–O- irra fudhata

 

  • Namni dhiigni isaa B- tahe

âž– B+, B-, AB+, AB- ni kenna

âž– B-, O- irraa fudhatuu ni fudhata

 

 

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*