gaafiilee

61. Lola kam keessatti Nabi Muhammad (s) dhagaa guddaa tokko rukutanii dhakaan sun caccabe?

A.Lola Badr
B. Lola Uhud
C. Lola Khandaq
D. Lola Tabuk

62. Waan tokko jalqabuu keennaan dura maal jechuu qabna?

A. Alhamdulillaah
B. inshaAllah
C. Allahu Akbar
D. Bismillah.

63. Adam (a.s) maal irraa uumame ?

A. Bishaan
B. Biyyaa
C. Muka
D. Sibiila

64. Miraajiin ji’a Islaamaa kam keessatti raawwatame?

A. Muharram
B. Sha’abaan
C. Rajab
D. Ramadaana

65. Ji’a Islaamaa kam keessatti hajjiin raawwatama?

A. Zul qi’daa
B. Safar
C. Jamaadul’uulaa
D. Zul-Hijjaa

 

 

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*