71. Muslima ta’uuf dirqamni jalqabaa maali?
A) Salaata
B) Saawuma
C) Hajjii
D) Shahaadaa

72. Maalirraa Zakaa kaffaluu qabna ?

A) Maallaqa qofa
B) Faaya
C) Loon
D) Kannneen armaan olii hunda

73. Akka suuraa Tauba (9:40) keessatti ibsametti hiriyyaan Nabi Muhammad (SAW) holqa keessaa eenyu ture?

A.  Abu Bakr (R.A) .
B.  Umar (R.A) .
C. Usmaan (R.A) .
D.  Alii (R.A) .

74. Islaamummaa keessatti namni  jalqabaa wareegame eenyu?

A.  Abuu Bakr (R.A) .
B. Umar (R.A) .
C. Usmaan (R.A) .
D. Sumayyaa bint Khayyaat (R.A) .

75. Jechi jalqaba Qur’aana irraa bu’e maal?

A.“Dubbisi” (Iqra’a)  .
B. “Barreessi” (Uktub) .
C. “Dhaga’i” (Istami’a) .
D “Dubbachuu” (Qul) .

 

 

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*