81. Abbaan Aishah (r.a.) … ?

A) Abuu Xaalib
B) Usmaan (r.a.) .
C) Abuu Bakr (r.a.) .
D) Umar (r.a.) .

82.Qur’aana keessatti suuraalee ___tu jira.

A. 7
B. 333
C. 114.
D.  76

83. Faaximaa (r.a.) fi abbaan warraa ishee ijoollee shan godhatan : Hasan, Huseen, ……, Zainab fi Ummu Kulthum

A) Muhaasiin
B) Qaasim
C) Abdallaa
D) Ibraahim

84.  Aayatawwan Qur’aanaa jalqabaa Nabi Muhammad (P.B.U.H.) irratti buufaman eessatti bu’an.

A. Kaba’aa keessatti
B. Arafaa irratti
C. Holqa Hiraa keessatti
D. Holqa Najwaa keessatti

85.  Qur’aanni waggaa meeqa keessatti bu’e ?

A. Waggaa 63
B. Waggaa 40
C. Waggaa 23
D. Waggaa 10

Comment (1)

  • Esa Mustefa

    July 20, 2025

    1c 2c 3a 4c 5c

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*