Gaaffii: Qur’aana irraa yoo qara’eef yoo jawwaala irraa qara’e maal addaan jira?

Deebii:

Wanni ati qaraate sun yoo qur’aana ta’e, adda hin jiru. Garuu wanni adda jiruun jawwaala kee yoo kiisa kaayattee mana fincaanii seente humaa hin qabu. Garuu qur’aana fuutee mana sagaraa seenuun hin jaalatamu (dandayamuu). Yoo namni bakka kaayu dhabe malee jedhan. Sawwaabatti akkuma tokkoo.

 

Sheikh Alii Jimmaa.

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked*