7.Dubartiin takka jaarsa isiitiin na hiiki jechuu dandeettii ?
Gaafii: Dubartiin takka Abbaa mana isii hiikkaa yoo gaafatte Jannanni isii irratti haraama jedhan. An garuu rakkinna keessa jiru irra dhaabbadhee Abbaa mana kiyyaa hiikkaa yoo gaafadhe tahaa? Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii. Hiikkaan halaali. Halaala sanirraa immoo irra jibbamaadha. Jibbamaa tayullee hiikkaan wanni godhamteef furmaataafi. Namni Lama haala jiruu walitti hadheessuun waliin jiraachuun rakkinna jabaadha. kanaaf...