Bimmee (Bookee busaa)
Bara darbe namoonni dhukkuba dengue qabamuu isaanii gabaafame sadarkaa olaanaa irra ga’uu isaatiin — biyyoonni tokko tokkos ganna kana deebi’anii saffisa sodaachisaa ni argu jedhamee eegama – saayintistoonni hoomaa awwaannisaa baakteeriyaadhaan qabame fayyadamuun tamsa’ina dhukkubichaa saffisiisaa jiru. Jumaana Faaruukiitiin Awwaannisni kun uumama addunyaa kanarraa lubbuu namaa galaafatu ta’uun kan beekamu yoo ta’u, dhukkuboota bineensota biroo...













