Dubartootaan Hijaaba uffadhaa jennaaniin didanii kanafuu akkam goona?
Gaaffii: Duri akkanumatti fooxaan wali biraa yaanaa dubartootaan akkasumatti walitti laaqamuun jirtii eega lafa araba dhufnee hijaaba baranne, hijaabni dubartillee kana jechuu barannee amma warra gandaa dubartoota keenna hijaaba uffisuuf yaadne, hin didanii maal goonaa? Deebii:- Haga isiin diinii barattutti itti obsii hijaaba barsiisi. Yoo eega isiin barattee boodallee, obsa keetiin boodallee hagana siin hin...





