Dubartiin takka abbaa mana isii hiikkaa gaafachuu
Deebisaa: Yaa gabrittii Rabbii. Hiikkaan halaali. Halaala sanirraa immoo halaala irra jibbamaadha. haalaala Jibbamaa tayullee hiikkaan wanni godhamteef furmaataafi. Namni Lama haala jiruu walitti hadheessuun waliin jiraachuun rakkina jabaadha. kanaaf Rabbiin hiikkaa furmaata godhe. Kanaafuu Yaa gabrittii Rabbii haala mana kee keessatti inni rakkinna jabaa sirratti hojjatuun hiikkaa gaafatuun kee waa takkallee rakkoo hin qabu....













