islaamumaa irraa hagam takka beekkumsa qabna ? kutaa 17ffaa
81. Abbaan Aishah (r.a.) … ? A) Abuu Xaalib B) Usmaan (r.a.) . C) Abuu Bakr (r.a.) . D) Umar (r.a.) . 82.Qur’aana keessatti suuraalee ___tu jira. A. 7 B. 333 C. 114. D. 76 83. Faaximaa (r.a.) fi abbaan warraa ishee ijoollee shan godhatan : Hasan, Huseen, ……, Zainab fi Ummu Kulthum A) Muhaasiin B)...













