22. Seenaa Nabi Zakariyyaa (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ)
Amala Zakaariyaa (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ) Akkuma Nabiyyoota isa duraa fi booda dhufan, Nabi Zakariyaan (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ) nama qajeelaa hidda sanyii kabajamaa ture. Innis Nabiyoota dachee eebbifamaa Iyyarusaalem akka tarkaanfataniif ergaman keessaa tokko ture, Daandii Rabbii (سُبْحَٰنَهُۥ وَتَعَٰلَىٰ) irratti Ijoollee Israa’el qajeelchaa ture. Nabi Zakaariyaan (عَلَيْهِ ٱلسَّلَامُ) nama gad of qabuu , ka qabeenya isaaniitiin yeroo hunda...













