11. akka shari’atti Gabbarri akkami?
Deebisaa: Hukmii shari’aatii fi Aadaa wal keessa hin laaqinaa. Fuudhaa fi heerumni yeroo raawwatamu gabbara kaffali, waan Haadhaa , Abbaa, Eessumaa, Adeera, Haboo, Adaadaa, dabalatee kana fidii san fidii wanti jedhamu kun dogongora. Wanti guyyaa kana kennamu cufti maqaa intalaatin, maqaa mahriitiin kennamuu qaba. Guyyaa kana waan meeshaa, akkasuma ka uffata isii fidi yoo siin...












