Seera Tajwiidaa
Tajwiida, jalqabarraa kaasnee, qar’aana seera guutuu ta’een akka walsimuuf dhaga’uu fi shaakaluudhaan dubbisuun baratuu qabna. Namni tokko yeroo Tajwiida baratu, seeraan baratuu qaba, kana akka qajeelfamaatti fayyadamuu dandeenna. Iẓhaara Idgaama Iqlaaba Ikhfaa’a jalqaba irratti kana beekuu nu barbaachis, Izhaara qubee 6 of keessaa qaba isaanis . Yoo nun saakina qubeewwan armaan gadii durse, seera Iẓhaaratu ...




