Du’aa’ii Sooma furuuf
ذَهَبَ الظَّمَأُ وَابْتَلَّتِ الْعُرُوقُ وَثَبَتَ الأَجْرُ إِنْ شَاءَ اللَّهُ Dhahaba al-zama’ wa abtalat al-‘urooq wa thabata al-ajr in sha Allaah Dheebuun badde, ujummoon dhiigaa jiidhe, mindaan mirkanaa’aadha yoo Allaah fedhe.










