Ji’ooloojii fi Oceanography
Ji’ooloojiin qorannoo teessuma lafaa yoo ta’u, oceanography ammoo qorannoo galaanaa fi waan isaan jala jiruudha. Qur’aanni qulqulluun madda beekumsa hangana hin jedhamneeti. Har’a ji’ooloojii Qur’aana keessatti ilaalla akkasumas gara oceanography Qur’aana keessatti mari’atameetti deebinee yoo laallu. Ji’ooloojii Qur’aana keessatti Gaarreen akka qamadii (stakes) ti. Guddinni saayinsii dhiheenya kana mul’ate, taatee “folding” jedhamu kan sababa uumamuu...







